Oromo news
Aslalimee




°°°°°°°°°Sif Himuu❓°°°°°°°°°°°°°
Dhugaa1: ati Barreefama kana dubbisaa jirta
Dhugaa2: Qubee M jadhu osoo Hidhii kee waliin hin tuqin yoo Dubbiste ati dhugaatti cimaadha, garuu inuma hin dubbistu.
Dhugaa3: Dubbisuuf yaala turte
Dhugaa4: seeqxe jirta
Dhugaa6: Seeqxe ykn kofaltee jirta
Dhugaa7: ati Dhugaa lakk 5 irra darbuu kiyya hin hubanne
Dhugaa8: amma akkan irra darbe hubatte jirta
Dhugaa9: seeqxe jirta
Dhugaa10: barreefamni kun wan sitti toleef Like godhuf deemta ta’a.
😂🤣😁
Amma ammatti kofaluuf share godhi hiriyoota keetif










